Ispoortii
Adaamaan Hadiyyaa Hoosaa’iinaa 2-0n injifate
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) – Taphoota Priimiyar Ityoophiyaa torbee 10ffaan guyyaa har’aa taphoonni 5 gaggeeffamaniiru.
Tapha Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaa Adaamaatti garee kubbaa miilaa bulchiinsa magaalaa Adaamaa fi Hadiyyaa Hoosaa’iinaa gidduutti gaggeeffameen Adaamaan 2-0n injifateera.
Taphoota biroo…
Read More...
Dorgommiin qaxxaamura biyyaa Hurufa Boombii ( Jaan-Meedaa)37ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) - Dorgommiin qaxxaamura biyyaa Hurufa Boombii idila addunyaa 37ffaan guyyaa har’aa gosoota Ispoortii 6 gaggeeffameera.
Fiigicha kiloo meetira 6 dargaggoota dubartootaa gidduutti gaggeeffameen, Atleet…
Qabxii taphoota priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 10ffaa
Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Qabxii taphoota priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 10ffaa.
Taphoota har'aatin;
Sabbataa 2 - 1 Hawaasaa
Sihuul Shiree 1 – 1 Jimmaa Abbaa Jifaar
Walaayittaa 1 – 0 Maqalee 70 Indartaa
Taphoota…
MM Dooktar Abiy koree Olompikii Tookyoo waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad koree biyyooleessaa qophii Olompikii Tookyoo qindeessuuf hundaa’e waliin mari’atan.
Koreen kun qophii Olompikii Jaappaan Tookyoo bara Faranjootaa 2020…
Fiigichi maaraatoonii Duubaay olaantummaa atleetota Ityoophiyaatin xumurame
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Fiigicha maaraatoonii Duubaay barii kana gaggeeffameen atleetonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaninuu injifataniiru.
Fiigicha maaraatoonii barii har’aa dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Atleet Oliiqaa…
Ityoophiyaan tapha gulaallii Waancaa Addunyaa Kuwaataariif Gaanaa fi Afrikaa Kibbaa waliin ramadamte
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Gareen Biyyaaleessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa bara Faranjootaa 2022 Kuwaatariif Gaanaa fi Afrikaa Kibbaa waliin ramadamte.
Ramaddii gulaallii kanaan Ityoophiyaan ramaddii 7ffaa…
Badhaasni atleetii ciccimoo Afrikaa 2019 ifoome
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) –Badhaasni atleetii ciccimoo Afrikaa bara Faranjootaa 2019 ifoome.
Preezdaantiin Koonfedereeshinii Atleetiksii Afrikaa atleetota badhaasa atleetii cimaa fi cimtuu bara Faranjootaa 2019 moo’atan kaleessa…