Ispoortii
Fiigichi walakkaa Maaraatoonii yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) - Fiigichi walakkaa Maaraatoonii yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaan Jaappaan Kaasaamaatti gaggeeffame.
Dorgommii kanaan Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru.
Dhiiraan Atleet Abiyoot Abinatti yoo injifatuu, dubartootan Atleet Itaalammahu Sintaayyoo mootee jirti.
Fiigichicha…
Read More...
Kilabiin Sabbataa ispoonsara waggaa afurii Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Kilabiin magaalaa Sabbataa ispoonsara waggaa afurii; Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse.
Bara kana waggoota dheeraa booda gara liigii Ityoophiyaatti kan makame kilabni magaalaa…
illi Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti…
Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti hirmaatu Jaappaan galeera.
Dorgommichi Jaappaan magaalaa Kaasaamaatti gaggeeffama.
Dorgommii kanarratti…