Ispoortii
Kilabiin Sabbataa ispoonsara waggaa afurii Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Kilabiin magaalaa Sabbataa ispoonsara waggaa afurii; Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse.
Bara kana waggoota dheeraa booda gara liigii Ityoophiyaatti kan makame kilabni magaalaa Sabbataa, ispoonsara waggaa afuriif turu Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse.…
Read More...
illi Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti…
Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti hirmaatu Jaappaan galeera.
Dorgommichi Jaappaan magaalaa Kaasaamaatti gaggeeffama.
Dorgommii kanarratti…