Ispoortii
Taphni seekaafaa har’a Burrundii fi Eertiriyaa gidduutti gaggeeffamaa ture sababa roobaan adda cite
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Taphni biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii har’a Istaadiyeemii Bahaar Daaritti Burrundii fi Eertiriyaa gidduutti gaggeeffamaa ture sababa Roobaa cimaa roobeen adda citeera.
Taphichi sa’aatii adda cite eegalee guyyaa boruu kan itti fufu ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa…
Read More...
Dorgommii tapha Seekaafaa umrii waggaa 23 gadiin Keeniyaan Jiibuutii injifatte
Finfinnee, Adooleessa 11, 2013 (FBC) – Dorgommii tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa 'Seekaafaa' umrii waggaa 23 gadii waaree booda gaggeeffameen Keeniyaan Jiibuutii 3 fi 0n injifatte.
Keeniyaan tapha hanga…
Tapha Kubbaa Miilaa Seekaafaan Ugaandaan Koongoo waliin qixa ba’an
Finfinnee, Adooleessa 11, 2013 (FBC) – Tapha Kubbaa Miilaa Seekaafaa umrii waggaa 23 gadii Istaadiyeemii magaalaa Bahaar Daaritti gaggeeffamaa jiruun Ugaandaan Koongoo waliin 0 fi 0n qixa ba'aniiru.
Tapha Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa…
Ityoophiyaa 3-3 Eertiriyaa
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Dorgommiin tapha Kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Ityoophiyaa Eertiriyaa gedduutti gaggeeffame 3 qixa xumurame.
Taphni baniinsaa garee…
Dorgommiin ‘seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Sanbata dhufu ni eegalama
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Dorgommiin tapha kubbaa miilaa biyyoota Giddugaleesssa fi Baha Afrikaa‘seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Sanbata dhufu Istaadiyeemii magaalaa Bahaar Daaritti ni eegalama jedhame.…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Keeniyaa Umrii waggaa 23 gadii magaalaa Bahaar Daar ga’e
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Keeniyaa Umrii waggaa 23 gadii dorgommii ‘Sekaafaa’ irratti hirmaatu wayita magaalaa Bahaar Daar ga’u simannaa hoo’aan taasiifameefira.
Garichi har’a…
Qabxii Gaarii galmeessuun maqaa Ityoophiyaa addunyaarratti waamsiisuuf qophoofneerra – K/A Daraartuu…
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC) – Olompikii Tookiiyoorratti qabxii gaarii galmeessuun maqaa Ityoophiyaa addabaabayyii Addunyaa irratti waamsiisuuf qophoofneerra jedhan Preezdaantiin Federeeshinii Atleetiksii Itoophiyaa…