Ispoortii
Kilabni Atileetiksii magaalaa Shaggar atileetootaaf gaggeessaa taasise
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Kilabni atileetiksii magaalaa Shaggar atileetoota Itiyoophiyaa bakka bu'uun Olompikii Paarisirratti hirmaataniif sirna gaggeessaa taasiseera.
Sirna gaggeessaa kanarratti kan argaman itti gaafatamaan waajjira dargaggoofi ispoortii magaalaa Shaggar Obbo Naasir Huseen kilabni magaalaa shaggar yeroo dhiyoo…
Read More...
Taphoota Olompikii 33ffaa Paariis
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Taphoonni Olompikii Paariis 2024 eda ifatti banameera.
Taphoota Olompikii Paariis 2024 kanaaf medaaliyaan warqee 329 qophaa'eera.
Atileetoonni kumni 10 fi 500 ol biyyoota 206 ol irraa walitti…
Olompikiin Paaris 2024 har’a ifatti banama
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Olompikiin Paaris 33ffaan har’a galgala sa’aatii 2:30 irraa eegale sagantaa garaagaraan ni banama.
Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa marsaa jalqabaa guyyaa kaleesaa Faransaay Paaris galuun ni yaadatama.…
Gareen Itiyoophiyaa Olompikii Paarisirratti hirmaatu marsan jalqabaa Paaris gale
Finfinnee, Adoolessa 18, 2016 (FBC)- Gareen Itiyoophiyaa Olompikii Paariis 33ffaarratti hirmaatu marsaan jalqabaa Faransaay Magaalaa Paariis galeera.
Gareen Itiyoophiyaa miseensotaa 40 qabate kun har’a ganama wayita magaalattii ga’u…
Ramaddiin gulaallii shaampiyoonsi Liigii dubartoota CAF dorgommiin Zoonii CECAFA ifoome
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Ramaddiin gulaallii shaampiyoonsi Liigii dubartoota CAF dorgommiin Zoonii CECAFA ifoomuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa beeksiise.
Haaluma kanaan Baankiin Daldala Itiyoophiyaa, Poolisii…
Kilabni Ispoortii Machaal Birrii biiliyoona 1 walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC) - Kilabni Ispoortii Machaal sosochii 'Machaal Itiyoophiyaaf' jedhuun Birrii biiliyoona 1 walitti qabuu beeksiseera.
Sagantaan sosochichaa % 99 milkaa'uu eerera.
Sagantaa galii walitti qabuu…
Olompikii Paarisiif Tikkeettiwwan miiliyoonni 8.8 gurguramuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Olompikii Faransaay Paarisiitti Jimaata dhufuu eegalee gaggeeffamuuf Tikkeettiwwan miiliyoonni 8.8 gurguramuu Koreen Olompikii Idil Addunyaa ibse.
Tikkeettiwwan hedduun gurguramuu Daayrekterri Dhimma…