Ispoortii
Hawaasaa fi Sihuul Shireen leenjistoota waliin gargar ba’an
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) –Gareen Priimiyar Liigii Ityoophiyaa lama Hawaasaa fi Sihuul Shireen leenjistoota waliin gargar ba’aniiru.
Boordiin magaalaa Hawaasaa leenjisaa duraa Addisee Kaasaa kaasuun Birhaanuu Warquu leenjisaa yeroo taasise muuduu isaa ragaan sookar Ityoophiyarraa argame ni muldhisa.
leenjisaa Addisee Kaasaa…
Read More...
Shaampiyoonaan ispoortii godinaalee Oromiyaa garaagaraatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) - Shaampiyoonaan ispoortii godinaalee Oromiyaa garaagaraatti gaggeeffamaa jira.
Shaampiyoonaan tapha ispoortii guutuu godina Arsii Lixaa 13ffaan magaalaa Nageelleetti gaggeeffamaa jira.…
Qananiisaan walakkaa maaraatoonii Landan Riikkardii haaraa galmeessisuun injifate
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Atleet Qananiisaa Baqqalaa walakkaa maaraatoonii Vaaytaaliitii Biig Landan riikkardii haaraa galmeessisuun injifate.
Qananiisaan walakkaa maaraatoonii Landan guyyaa har’aa…
Ramaddiin mo’anii darbuu xumuraa marsaa 2ffaa liigii Awrooppaa ifoome
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC)- Ramaddiin mo'anii darbuu xumuraa marsaa 2ffaa liigii Awrooppaa ifoome
Tapha ramaddichaan gaggeeffamuun gareewwan 16 ni hirmaatu..
Haaluma kanaan;
Maanchistar Yuunaaytid - Laask,…
Taphoonni Priimiyar Liigii Ityoophiyaa marsaa 2ffaan Gurraandhala 28 eegalu
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa taphoonni Priimiyar Liigii Ityoophiyaa marsaa 2ffaan Gurraandhala 28, 2012 kan eegalu ta’uu beeksiseera.
Federeeshinichi taphoonni marsaa 2ffaa kunneen…
Tapha moo’atani darbuu liigii Awrooppaan Maanchiistar Yuunaaytiid marsaa itti aanuutti darbe
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC)- Kaleesaa galgala tapha mo’atani darbuu liigii Awrooppaan Maanichistaar Yunaayitid garee Bruujin moo’achuun marsaa itti aanuutti darbee jira.
Yuunaaytiid keessa garee Bruujin goolii 5 fi 0n…
Federeeshinichi Yuunvarsiitii Walwaaloo Aaddagiraat dorgoommirraa dhorke
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Federeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Yuunvarsiitii Walwaaloo Aaddagiraat dorgommii kamiiyyuurra dhorkuu beeksiseera.
Federeeshinichi garichaaf xaalayaa barreesseen, waggaa darbee taphattoota…