Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Baatii sadiin booda laaligaan Ispeen eegalame

Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Sababa weerara vaayrasii koroonaan adda cite kan ture taphoonni kubbaa miilaa laaligaa Ispeen Baatii sadiin booda eegalame.   Laaligaan Ispeen eda galgala tapha Siiviyaa fi Riyaal Beetis gidduutti gaggeefameen eegalameera.   Taphichaan Siiviyaan 2 -0 Riyaal Beetis moo’ateera.  …
Read More...