Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Taphoota liigii biyyoota Awrooppaa eda galgalaan Faransaayii fi Beeljiyeem markattoota isaanii injifatan

Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) –Taphoota liigii biyyoota Awrooppaa sagal eda galgala taphatamaniin Faransaayii fi Beeljiyeem milkaa’aniiru. Taphoota neeshin liigii Awrooppaa eda galgala taphataman sagal keessa taphoonn 7 injifannoo yoo xumuramu, taphoonni 2 ammoo walqixaan xumurameera. Haaluma kanaan:- Beeljiyeem 5 – 1 Iceland Swiidiin…
Read More...