Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Taphoota Waancaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Zumbaabuween Giinii yoo injifattu Seeneegaal Maalaawwii waliin qixa ba’aaniiru

Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa har'a gaggeeffameen Zumbaabuween Giinii 2 fi 1 yoo injifattu Seeneegaal Maalaawwii waliin goolii malee qixata ba'aaniiru. Seeneegaalii fi Giiniin ramaddicharraa gara marsaa itti aanutti darbuu mirkaneeffataniiru. Halkan kana sa'aatii 4:00 irraa eegalee taphni Gaaboon…
Read More...

Naayijeeriyaa 3 – 1 Sudaan

Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaa galgala kana biyyoota ramaddii 'D' Naayijeeriyaa fi Sudaan gidduutti gaggeeffame olaantummaa Naayijeetiyaan xumurame. Biyyi Afrikaa Lixaa Naayijeeriyaan olaantummaa taphaa…