Ispoortii
Har’a galgala Waaliyaawwan gita isaanii Kaameeruun waliin ni taphatu
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Har’a galgala gareen biyyoolessaa Ityoophiyaa gita isaanii Kaameeruun waliin ni taphatuun eegama.
Qopheessummaa Kaameeruunin gaggeeffamaa kan jiru Waancaa Afrikaa 33ffaarratti hirmaata kan jiru gareen biyyoolessaa Ityoophiyaa sa’aatii 1 irratti tapha 2ffaa gita isaa Kaameeruun waliin ni taphata.
Waaliyaawwan…
Read More...
Tuuniziyaa 0 – 1 Maalii
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan har’a Tuuniziyaa fi Maalii gidduutti gaggeeffame olaantummaa Maaliin xumurameera.
Ibraahiimaa Kooneen daqiiqaa 48ffaa irratti goolii tokko Peenaalitiin lakkoofsiseen…
Taphoota Waancaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Naayijeeriyaan Gibtsi yoo injifattu, Aljeeriyaa…
Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) - Tapha Waancaa Afrikaa 33ffaa Afrikaa har'a gaggeeffameen Naayijeeriyaan Gibtsi 1 fi 0n yoo injifattu, Aljeeriyaa fi Seeraaliyoon goolii malee qixa ba'aniiru.
Halkan kana sa'aatii 4:00 irraa eegalee…
Waldorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii aadaa 27 magaalaa Ficheetti eegale
Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) – Waldorgommiin Shaampiyoona Ispoortii aadaa 27 godina Shawaa Kaabaa magaalaa Ficheetti eegaleera.
Waldorgommii Ispoortii Aadaa kanarratti tapha baniinsa kan taasisaan Aanaa Kuyyuu fi aanaa Yayyaa…
Ityoophiyaa 0 – 1 Keeppi Vardee
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Tapha jalqabaa Waancaa Afrikaa 33ffaa Ityoophiyaa fi Keeppi Vardee gidduutti gaggeeffame olaantummaa Keeppi Vardeen xumurameera.
Taphni eegalamee daqiiqaa 9ffaa irratti Yaareed Baayyeen kaardii diimaa…
Kaameeruun 2 – 1 Burkiinaa Faasoo
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Taphni baniinsaa waancaa Afrikaa 33ffaa Kaameerunii fi Burkiinaa Faasoo gidduutti gaggeeffame olaantummaa Kaameeruuniin xumurameera.
Gustaavoo Saangareen daqiiqaa 24ffaa irratti goolii 1 galchuun…
Gareen kubbaa Miillaa Ityoophiyaa tapha ramaddii jalqabaa Waancaa Afrikaa har’a galgala taasisa
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Gareen kubbaa Miillaa biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha ramaddii jalqabaa Waancaa Afrikaa har’a galgala sa’aatii 4:00 irratti ni taasisa.
Garichi garee gitasaa Keeppi Verdee waliin kan taasisu ta’uu…