Ispoortii
Figicha Walakkaa Maaraatoonii Kaazaakiistaan -Duushaanbeen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aan
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Figicha Walakkaa Maaraatoonii Kaazaakiistaan -Duushaanbeen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa'aaniiru.
Dorgommii dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atleet Baqqaluu Abbabaa sadarkaa 1ffaa xumurteerti.
Figicha fageenya walfakkaatuun dhiiroota gidduutti gaggeeffameen ammoo Atleet Girmaa Xilahuun sadarkaa 2ffaan…
Read More...
Ispoortiin biyyaafis dhuunfafis faayidaa hedduu qaba – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Sirna Badhaasaa Ispoortii EBC - Baankii Daldalaa marsaa 4ffaaf gaggeeffamerratti kan argaman Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ispoortiin biyyaafis dhuunfafis faayidaa hedduu qabaachuu ibsaniiru.…
Atleet Sanbaree Tafarii dorgommii fiigichaa Boostan injifatte
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Atleet Sanbaree Tafarii dorgommii fiigicha daandirrraa Kiiloo Meetira 5 Ameerikaa Boostanitti gaggeeffame injifatte.
Sanbareen fageenyicha daqiiqaa 14 fi sekendii 49'n xumuruun riikkardii bakkichaa…
Afrikaa Kibbaa 0 -3 Ityoophiyaa
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Taphni gulaallii Waancaa Addunyaa garee kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii fi gita isaa Afrikaa Kibbaa waliin taphatame olaantummaa Ityoophiyaan xumurame.
Taphni…
Shaampiyoonaan Teekaawaandoo Idil Addunyaa Afrikaa 2ffaan olaantummaa Ityoophiyaan xumurame
Finfinnee, Eebila 3, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Teekaawaandoo Idil Addunyaa Afrikaa 2ffaa olaantummaan golobde.
Shaampiyoonaa guyyoota lamaaf giddu gala leenjii Ispoortii Raas Hayiluutti gaggeeffamaa tureen…
Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Teekaawaandoo Idil Addunyaa Afrikaan meedaaliyaa warqee 11 argatte
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) –Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Teekaawaandoo Idil Addunyaa Afrikaa 2ffaan guyyaa baniinsatti qofa meedaaliyaa warqee 11 argatte.
Shaampiyoonaa Teekaawaandoo Idil Addunyaa Afrikaa Ityoophiyaatti gaggeeffamaa…
Obbo Taammiraat Fayyisaan yeroo 2ffaaf Preezdaantii Federeeshinii Teekaawaandoo Afrikaa ta’uun…
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) – Federeeshiniin Teekaawaandoo Afrikaa obbo Taammiraat Fayyisaa irra deebiin Preezdaantii federeeshinichaa taasisuun filateera.
Federeeshinichi guyyaa kaleessaa Yaa’ii Waliigalaa 5ffaa…