Ispoortii
Waancaa Addunyaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Waancaa Addunyaan har’a Ingilaandi Iraan waliin, Seeneegaal Neezarlaand waliin, Ameerikaan Weelsi waliin ni taphatu.
Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun har’a taphoonni 3 kan gaggeeffaman yoo ta’uu, waaree booda sa’aatii 10:00 irraa eegalee Ingilaandi Iraan waliin Istaadiyeemii Idil…
Read More...
Kuwaataar 0 – 2 Ekkuwaadoor
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Taphni baniinsa Waancaa Addunyaa 22ffaan Kuwaataarii fi Ekkuwaadoor gidduutti taphatame olaantummaa Ekkuwaadooriin xumurameera.
Taphataan Feenarbaachee Enner Vaaleenshiyaan daqiiqaa 16ffaa fi…
Kaariim Beenzeemaan sababa miidhamaan tapha waancaa Addunyaan ala ta’e
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa garee biyyaalessaa Faransaay Kariim Benzeemaa shaakallii irra osoo jiruu miidhama isa muudateen Waancaa Addunyaa Kataariin ala ta'uu ibsameera.
Injifataan badhaasa Ballon…
Waancaan Addunyaa har’a ni eegala
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Waancaan Kubbaa Miilaa Addunyaa 22ffaan har'a Kuwaataariitti ni eegala.
Sirni baniinsaa Istaadiyeemii namoota kuma 60 qabachuu danda'u Istaadiyeemii Al Baayitiitti ni gaggeeffama jedhame.
Sirna…
Abbee Gaashahu Fiigicha guddaa Ityoophiyaa 22ffaa injifate
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Atleet Abbee Gaashahu fiigicha guddaa Ityoophiyaa 22ffaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame injifateera.
Atleet Abbee Gaashahu yeroo 3ffaaf fiigicha kana injifateera.
Atleet Hayilamaariyaam Amaareen…
Fiigichi guddaan Ityoophiyaa 22ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) –Fiigichi guddaan Ityoophiyaa 22ffaan hirmaattoota kuma 40 hirmaachise magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Sirna jalqabsiisa isaarratti Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdee, Ministirri…
Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa 26ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa 26ffaa Naannoo Afaar magaalaa Samaraatti gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa gargaartuu…