Fana: At a Speed of Life!

Ispeen shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa 17ffaa taate

Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC) – Tapha xumuraa Waancaa Awurooppaa halkan kana taphatameen Ispeen, Ingilaand injifachuun yeroo 4ffaaf Shaampiyoonaa taate.

Ispeen galchii 2 fi 1n Ingilaand injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa 17ffaa taaterti.

Nikoo Wiiliyaamsii fi Mikeel Oyarzabaal galchii tokko tokko Ispeen shaampiyoonaa taasiise yoo galchan, Cole Palmer galchii tokkottii Ingilaandiif galcheera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.