Fana: At a Speed of Life!

Islooveeniyaa 1- 1 Sarbiyaa

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaan taphni Islooveeniyaa fi Sarbiyaa gidduutti taphatame galchii 1 qixaan xumurameera.

Taphni har’a waaree booda sa’aatii 10:00 irraa eegalee Islooveeniyaa Sarbiyaa gidduutti taphatame galchii 1 qixaan murameera.

Sarbiyaan diqaaqaa xumuraarratti galchii lakkoofsisuun qabxii qoodatteerti.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.