Fana: At a Speed of Life!

Irreechi mallattoo araaraa fi galataati – Awwal Aarbaa

Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan erga baga geessanii Ayyaana Irreechaa dabarsan.

Irreechi mallattoo araaraa fi galataati ta’uu eeraniiru.

Ayyaannichi ayyaana Araaraa fi dhiifamaa ta’uu hubachuun duudhaa waloo taasiisuun kabachuun barbaachisaa ta’uu himaniiru.

Ayyaana tokkummaa sabdaneessummaa fi bu’uraa badhaadhinaa kana caalmaatti cimsuun murteessadha jedhan.

Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee fi Hora Harsadee ayyaana jaalalaa, tokkummaa, araaraa, obbolummaa, Gammachuu fi badhaadhinaa akka ta’u hawwaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.