Fana: At a Speed of Life!

Irreechi Malkaa Goraa fi Ardaa Jilaa Caffee Tumaatti haala duudhaa isaa eeggateen kabajame

Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) – Irreechi Malkaa Goraa Magaalaa Sandaafaa Bakkee fi Ardaa Jilaa Caffee Tumaa Kutaa Magaalaa Galaanitti haala duudhaa isaa eeggateen kabajameera.

Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, Qeerroowwan, Qarreewwaii Sabaafi Sab-lammoonni bakka argamanitti hasla miidhagaa fi hawwataa ta’een kabajameera.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.