Fana: At a Speed of Life!

Irreechi Malkaa Dubar karaa duudhaafi safuu eegeen irreeffatame

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Waacaalee Magaalaa Dubaritti Irreechi Malkaa Dubar karaa duudhaafi safuu eegeen irreeffatameera.

Barreessaan Gamtaa Abootii Gadaa Oromoo Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobanaa Hoolaa fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa kabaja ayyaanicharratti argamuu kallachi Oromiyaa gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.