Fana: At a Speed of Life!

Irreechi Malkaa Calalaqaa kabajame

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafarsa Gujeetti Irreechi Malkaa Calalaqaa karaa nagaafi miidhagina qabuun kabajameera.

Irreechi Malkaa Calalaqaa bakka Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, Qeerroofi Qarreen akkasumas kutaalee hawaasaa garaagaraa argamanitti Irreeffatamuu ragaan Kominikeeshinii magaalaa Shaggar irraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.