Fana: At a Speed of Life!

Irreechi Malkaa Alaaltuu Wanbaraatti kabajame

Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Irreechi Malkaa Alaaltuu Godina Matakkal Aanaa Wambaraatti sirnoota garaagaraan kabajame.

Sirna kabaja ayyaanichaarratti qondaaltonni mootummaa, Abbootiin Gadaa, hawaasni Oromoo, sabaa fi sabalmmoonni biroon kan hirmaatan yoo ta’u, karaa duudhaa isaa eeggateen kabajamuu ragaan kominikeeshinii godinichaarraa argame ni mul’isa.

Bulchaan Aanaa Wambaraa Obbo Hiikaa Anbassaa Irreechi dhalootaa dhalootatti darbaa kan dhufe calaqqee waloomaa fi nageenyaati jedhaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.