Fana: At a Speed of Life!

Irreechi Hora Haroo Wancii kabajamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) –Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Wanciitti Irreechi Hora Haroo Wancii kabajamaa jiraachuun ibsame.
Abbaan Malkaa, Maanguddoonni, Haadholiin Siinqee fi Uummanni naannichaa sirnicharratti hirmaachaa jiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.