Injinar Taakkalaa Uumaafi Aadde Caaltuu Saaniin magaalaa Duukamitti warshaa seeraamikii daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaafi Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin magaalaa Duukamitti warshaa seeraamikii daawwatan.
Kuusaan oomisha seeraamikii hedduun gabaaf osoo hin dhiyaatiin kuufamee jiraachuu Injinar Taakkalaan ibsaniiru.
Qaamolee oomishaalee akka kanaa dhoksaniifi shira gabaa raawwatan irratti tarkaanfiin kan fudhatamu ta’uu ibsaniiru.
Mintasinoot Mulugeetaatu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.