Fana: At a Speed of Life!

Injinar Taakkalaa Uumaa fi obbo Musxafee Mahaammad Preezdaantii fi itti aantoota Preezdaantii Paartii Badhaadhinaaf bara hojii gaarii hawwan

Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaa fi Preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad Preezdaantii fi itti aantoota Preezdaantii Paartii Badhaadhinaa ta’uun kanneen filatamaniif ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Preezdaantii Paartii Badhaadhinaa ta’uun kan filataman Dooktar Abiy Ahimadi,itti aantoota Preezdaantii obbo Adam Faarahii fi obbo Dammaqaa Makonnoniif bara hojii gaarii hawwaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.