Injinar Ayishaa Mahaammad Dhaabbata Nyaataafi Qonna Addunyaatti Itti waamamtuu Ityoophiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Ministirri Ministeera Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii Injinar Ayishaa Mahaammad Dhaabbata Nyaataafi Qonna Addunyaatti Itti waamamtuu Ityoophiyaa Faaraay Ziimuudzii waliin mari’atan.
Anga’oonni lameen dhimmoota waliin hojjechuu danda’an irratti mari’achuu ibsameera.
Istaandardiiwwaniifi koodiiwwan jallisii qopheessuurratti tumsaan hojjechuuf waliigaluu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.