Fana: At a Speed of Life!

Injiinar Taakkalaa Uuman miseensota Koomiishinii Araaraa Biyyoolessaa waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Injiinar Taakkalaa Uuman miseensota Koomiishinii Araaraa Biyyoolessaa waliin mari’atan

Koomiishinichi hojii waliigaltee biyyoolessaa uumuuf hojjetu keessatti deeggarsi bulchiinsa magaalichaa akka irraa hin fagaanne gaafataniiru.

Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman gama isaanitiin bulchiinsi magaalichaa tumsa barbaachisaa kan taasisu ta’uu ibsaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.