Fana: At a Speed of Life!

Injiinar Taakkalaa Uumaa proojarktii ijaarsa daandii daawwatan

Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) – Injiinar Taakkalaa Uumaa proojarktii ijaarsa daandii daawwatan.

Injiinar Taakkalaa Uumaa proojarktii ijaarsa daandii Lagahaarree – marfata Washiingitaan Diisii daawwataniiru.

Injiinar Taakkalaan hoggantoota abbaa taayitaa daandiwwaan magaalaa Finfinnee fi hoggantoota kutaa magaalaa Qirqoos waliin ta’uun proojarktii ijaarsa daandii Lagahaarree – marfata Washiingitaan Diisii daawwatan

Projaktichi dheerina kiiloo meetra 1.4 kan qabudha.

Injiinar Taakkalaan projektichi hanqina tiraafikaa furuurra darbee faayidaa diinagdee akka qabus himaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.