Injifannoon Adwaa Poolisii Federaalàatti kabajame
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Injifannoon Adwaa Waggaa 127ffaan mata duree ‘Tokkummaa, Gootummaa fi Jabina’ jedhuun Waajjira Muummee Poolisii Federaalaatti kabajameera.
Ayyaanichi bakka miseensonni PoolisiimFederaalaa argamanitti marii Paanaaliin kabamuu ibsameera.
Dhaloonni ammaa seenaa guutummaa abbootii dhaloota dhufuuf dabarsuu akka qabu marii gaggeeffameen ibsamuu ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa.
#Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.