Fana: At a Speed of Life!

Inistiityuutiin Ogummaa fi Teeknikaa Federaalaa gara Yuunvarsiitiitti ol guddate

Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC)- Inistiityuutiin Ogummaa fi Teeknikaa Federaalaa gara Yuunvarsiitiitti ol guddateeera.
Dhaabbata Inistiityuutii Ogummaa fi Teeknikaa Federaalaa jedhamaa kan ture guyyaa har’aa ifatti gara Yuunvarsiitii Teeknikaala Ityoophiyaatti ol guddachuusaa himame.
Ijaarsa Yuunvarsiitii Teeknikaalaa Ityoophiyaaf dhakaan bu’uraa Ministira Ministeera Barnootaa Dooktar Saamu’eel Hurqaatootiin guyyaa har’aa Magaalaa Finfinneetti ka’ameera.
Inistiityuutiin Ogummaa fi Teeknikaa Federaalaa guyyaa har’aa barattoota dameelee garaagaraan leenjisaa turees eebbisiiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.