Fana: At a Speed of Life!

Ingiliz murtoo mootummaan Ityoophiyaa dhiyeesiin deeggarsa namoomaa naannoo Tigiraayiif taasifamu akka si’atuuf taasise dinqisiifatte

Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Ingiliz mootummaan Ityoophiyaa dhiyeesiin deeggarsa namoomaa lammiilee naannoo Tigiraay deeggarsa barbaadaniif taasifamu akka si’atuuf murtoo walitti bu’iinsa dhaabuu taasise dinqisiifatte .

Murtoo kana hordofee Ityoophiyaatti Imbaasiin Ingiliz murtoo mootummaan Ityoophiyaa fudhate kan dinqisiifatu ta’uu ibseera.

Mootummaan Ityoophiyaa lammiilee naannichatti deeggarsa namoomaa barbaadaniif dhiyeessiin deeggarsa namoomaa akka si’atuuf walitti bu’iinsa dhaabuuf murteessuu ilaalchisee ibsa baasuun isaa ni yaadatama.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.