Fana: At a Speed of Life!

Ingiliz Ityoophiyaaf deeggarsa Paawundii miiliyoona 6 taasiste

Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) – Ingiliz Ityoophiyaaf deeggarsa namoomaa Paawundii miiliyoona 6 taasisuu ibsame.

Deeggarsichi lammiilee sababa walitti bu’iinsaafi hongeen miidhamaniif  kan oolu ta’uu ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Ingiliziirraa argame ni mul’isa.

Deeggarsichi tattaaffii deeggarsa namoomaa lammiilee rakkoo keessa jiran biraan gahuuf taasifamu ariifachiisuuf kan gargaaru ta’uu eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.