Fana: At a Speed of Life!

Ingiliiz miidiyaa Ityoophiyaaf deeggarsa ijaarsa dandeettii taasisuufi

Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC ) –Ingiliiz Ityoophiyaa dabalatee miidiyaalee biyyoota Afrikaa birootti argamaniif deeggarsa ijaarsa dandeettii Paawundii miiliyoona 3 akka taasiftu beeksifte.
Gama BBC miidiyaa akshiniin miidiyaa Ityoophiyaa fi biyyoota Afrikaa biroo filatamanitti odeeffannoo dogoggoraa akkamiin akka qoratamuu fi adda baasuun danda’amurratti deeggarsichi kan gargaaru ta’uu ibsameera.
Kanaanis, odeeffannoo sirrii fi madaalawaan hawaasa bira akka ga’uuf ni gargaraa jedhameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.