Fana: At a Speed of Life!

Indaastiriiwwan Kombolchaa fi Dasseerratti miidhaa qaqqabee deebisanii dhaabuuf biiroon yeroo baname

Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Indaastiriiwwan Kombolchaa fi Dasseerratti miidhaa qaqqabee deebisanii dhaabuuf biiroon yeroo banameera.

Gareen shororkeessaa ABUT miidhaa indaastiriiwwan Kobolchaa fi Dasseerratti raawwatee deebisanii dhaabuuf biiroon yeroo banamuu Ministeerri Indaastirii beeksiseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.