Fana: At a Speed of Life!

Indaastiriiwwan Kombolchaa fi Dassee gara hojiitti deebisuuf mariin gaggeeffame

Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Indaastiriiwwan Kombolchaa fi Dassee saffisaan gara hojiitti deebisuuf abbootii qabeenyaa fi qooda fudhattoota waliin mariin gaggeeffamuu ibsameera.
Magaaloota kanneenitti Warshaalee 40 ol samamanii fi barbadaa’aan deebisanii ijaaruun saffisaan gara hojii galchuuf hirmaannaa olaanaan kan barbaachisu ta’uu marichaan ibsameera.
Haleellaa fi miidhaan akka walii galaatti raawwatame diinagdee biyyaa dadhabsiisuuf sochii taasifamaa ture ta’uu Ministirri Ministira Indaastirii obbo Malaakuu Allebal ibsaniiru.
Warshaalee kanneen deebisanii ijaaruuf ogeeyyiin teeknikaa hundaa’uun qorannoo gaggeessaa jiraachuu ragaan Ministeerichaarraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.