Fana: At a Speed of Life!

Indaastiriin Kawaasaakii Jaappaan roobootii miila afurii maanguddoota tumsu hojjechuun beeksise

Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Indaastiriin Kawaasaakii Jaappaan kutaalee hawaasaa umriidhaan dullooman kan gargaaruu danda’u roobootii miila afurii hojjechuu beeksiseera.

Moggaasa maqaa “Beeksi” kan qabu roobootiin kun miilaa afuriin socho’uu fi lafarraa saffisaan imaluu danda’a jedhameera.

Roobootichi sababa dullumaan namoota bakkaa bakkatti socho’uu hindandeenye tumsuuf garagaara jedhameera.

Qonnaa, misoomaa bosonaa, hojiilee indaastirii fa’aa keessatti fe’umsa ulfaataa ittiin geejibsiisuun ni danda’amas jedhameera. Aljaziiraatu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.