Imalli lafoo daandirraa diyaaspoorawwan hirmaachise magaalaa Jigjigaatti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) – Imalli lafoo daandirraa diyaaspoorawwan hirmaachise naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti gaggeeffameera.
Waamicha Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fudhachuun dhalattoonni naannoo Somaalee hedduun gara biyyaa galuu isaanii ibsameera.
Diyaaspoorawwan kutaalee addunyaa garaagaraarraa dhufan kan hirmaatan sagantaalee adda adda gaggeeffamaa kan jiru yoo ta’u, guyyaa imalli daandirraa gaggeeffamuu ragaan Ejansii miidiyaa naannicharraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.