Fana: At a Speed of Life!

Imala jijjiirramaa Ityoophiyaan eegaltee gara sadarkaa olaanaatti ceesisuun ga’ee hundati-Ministeera Nageenyaa

Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) – Ministir deettaan Ministeera Nageenyaa obbo Alamaayyoo Ijjiguu imala jijjiirrama Ityoophiyaan eegaltee gara sadarkaa olaanaatti ceesisuun ga’ee hundaati jedhaniiru.

Waltajjiin hirmaanna mariin biyyooleessaa fi ijaarsa nageenyaa har’a magaalaa Finfinneetti gaggeeffama jira.

Waltajjichi rakkoo bulchiinsa gaarii adda baasuu fi dhimmoota waliinii calmaatti cimsuuf kan gargaaruudha jedhaniiru.

Yeroo amma kanaas tajaajilaa wal qixxaataa fi si’aataa laachuuf qaama hojii guyya guyyaan hojjeetamuu akka ta’uuf qindoominaa uumuuf kan kaayyafetadha.

Waltajjichaarratti hoggantoonni naannoo, magaaloota, godinaalee akkasumaas aanaanaarra walitti babba’aan argamaniiru.

Waltajjiin marii kun har’a dabalatee guyyoota 3f kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.

Zufaan Kaasahuuntu gabaase

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.