Fana: At a Speed of Life!

Imaammatni, lojiistiskii fi tarsiimoon motora malessaa geejjibaa biyyaaleessa ifa ta’e

Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC)  – Imaammatni, lojiistiskii fi tarsiimoon motora malessaa geejjibaa biyyaaleessa ifa ta’e.

Ministeeri Geejjibaa imaammata, lojiistiskii fi tarsiimoon motora malessaa geejjibaa biyyaaleessa guyyaa har’aa ifa godheera.

Waajjirii ministeericha waltajjii beeksisaa imaamatoota isaa gaggeessaa jira.

Waltajjicharratti haasaa kan taasisan Ministirri Geejjibaa Daagimaawit Mogas imaammatoonni ba’an fayyadamummaa ummataa mirkanessuuf kan gargaraan ta’uu ibsaniiru.

Sanadoonni qophaa’an galma yaadameef akka ga’aniif qaamoleen dhimmi ilaallatu hundi ga’ee isanii akka ba’achuu akka qaban waamicha dhiyeessaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.