Fana: At a Speed of Life!

Ijaarsa proojaktoota Wancii, Kooyshaa fi Gorgooraaf kan oolu sagantaa galii walitti qabuu ‘maaddii biyyaaf’ qopheesummaa naannoo Oromiyaa gaggeeffama jira

Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Ijaarsa proojaktoota Wancii, Kooyshaa fi Gorgooraaf kan oolu sagantaa galii walitti qabuu ‘maaddii biyyaaf’ qopheesummaa naannoo Oromiyaa gaggeeffama jira.
Boqonnaa itti aanuu Proojaktii Shaggar kan ta’an Ijaarsa proojaktoota Wancii, Kooyshaa fi Gorgooraaf kan oolu sagantaa galii walitti qabuu ‘maaddii biyyaaf’ qopheesummaa naannoo Oromiyaa gaggeeffama jira.
Saganticha irratti Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa dabalatee abbootin qabeenyaa fi hoggantoonni olaanoo naannichaa argamaniiru
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.