IGAD Ityoophiyaatti nagaa buusuuf waliigaltee nageenyaa taasiifameetti gammaduu ibse
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa Ityoophiyaatti nagaa buusuuf waliigaltee nageenyaa taasiifameetti gammaduu ibseera.
Sagaalee dhukaasaa dhabamsiisuuf waliigatee taasiifame keessatti Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad dabalatee qaamolee marichi keessatti hirmaataniif dinqisiifannaa olaanaa qabaachuu Barreessaa Olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinaahi Gabayyoon ibsaniiru.
IGAD tattaaffii marii nageenyaa kana keessatti jalqabaa kaasee hirmaachaa turuu Dooktar Warqinaan eeraniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.