Fana: At a Speed of Life!

Huwaawween dhaabbilee biiroo fi mootummaa Chaayinaa irraa deeggarsi akka hin taasifamnef beeksisee

Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Huwaawwee mootummaa Chaayinaa fi dhabbiilee biroon waliin walitti dhufeenya akka hinqabne beeksise.

Dhaabbanni Huwaawwee mootummaa Chaayinaa fi dhaabbilee biroo irraa deggeersii ni taasifaama kan jedhuu fudhatama dhabsiisera.

Barruun Weel Street akka  gabaasetti, karaa garaagaraan mootummaa Chaayinaa dhaabbatichaaf deeggarsa Doolaraa Ameerika Biiliyoona 75 taasiseera ragaa jedhuu qabatee baheera.

Dhaabatichi garuu deeggarsi dhaabilee biroos ta’ee mootummaa Chaayinaarra deeggarsi akka hin taasifamne ibseera.

Dhaabbanni Huwaawwee gabasaa barruu Weel Street kuffiisuun gochaa maqaa balleessiin seeraa akka gafatuu beeksiseera.

Maddi:- CGTN

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.