Hundeessituun Faawundeeshinii Niyaa fi giddugala Jooyii Otiizim aadde Zaamii Yaanuus boqatan
Aadde Zaamii Yaanuus dhibee vaayrasii koroonaatin har’a lubbuun isaanii darbeera.
Aadde Zaamiin yeroo amma kana daa’immaan hanqina guddina sammuu qaban 200 ol kunuunsa turuusaanii ragaan maatisaaniirra odeeffannee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.