Hundeeffamni Mootummaa Naannoon Sidaamaa waggaa 2ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Hundeeffamni Mootummaa Naannoo Sidaamaa waggaa 2ffaan Magaalaa Hawaasaatti kabajamaa jira.
Saganticharrattii Afyaa’ii naannichaa Aadde Faantaayee Kabbadaa, Pirezidaantii naannicha Obbo Dassitaa Leeddaamoo, hoggantoonni hojii mootummaa naannichaa fi keessummoonni biroon argamaniiru.
Biqilaa Tufaa fi Taammanee Araggaatu gabaase
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.