Fana: At a Speed of Life!

Humni Qindoomaa godina Matakkal nagaa buusuuf ummata gidduutti sirna araaraa gaggeessaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Rakkoo nageenyaa Godina Matakkal muudate furuuf hojjechaa kan jiru Humni Qindoomaan nagaa buusuuf ummata gidduutti sirna araaraa gaggeessaa jira.
Hanga ammaatti Konfaransiin hariiroo ummataa cimsu aanaalee godinichaa Bulanii, Gubaa, Galgal Balas, Daanguur, Dibaaxxee, Wanbaraa, Paawwee fi Maanduraatti gandoota 41 keessaatti gaggeeffamuu ibsameera.
Gandoota aanaalee Dibaaxxee, Paawwee fi Maanduraa 18 keessattis sirni araaraa gaggeeffamuu ibsameera.
Itti aanaa ajajeen Izzii Lixaa fi miseensi Koomaandii Poostii Birgaadeer Jeneraal Alamaayyahu Waldee ummanni godina Matakkal ummata saba biroon waliin tokkummaan jiraatu ta’uu ibsaniiru.
Farreen nageenyaa faayida barbaacha ummanni nagaan waliin jiraachaa ture akka wal miidhaan taasiisuu himaniiru.
Godinichatti nagaan buusuun ummanni rakkoo tokko malee waliin akka jiraatu qaamni hundi ga’ee isaa ba’uu akka qabu waamicha dhiyeessaniiru.
Sirni araaraa gaggeeffamaa jiru godinichatti nagaa buusuuf shoora olaanaa qabaachuu jiraattoonni godinichaa ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.