Fana: At a Speed of Life!

Humni qilleensichaa qondaaltoota olaanoo yeroo dheeraaf tajaajilaniif guddina gulantaa laate

Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Humni Qillensaa Itiyoophiyaa Qondaaltoota waggoota dheeraaf tajaajilaaniif guddina Gulanta kenneera.

Sirnicharratti Ajaja Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Leetanaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa fi Qondaaltonni Olaanoon dhaabbaticha biroon argamaniiru.

Qondaaltoota waggoota dheeraaf tajaajilaaniif beekkamtii, badhaasa Meedaaliyaa fi guddina gulantaa laatameera.

Qaammee 3 Guyyaan Gaarummaa mata duree ‘’Gaarummaan Biyyaaf ‘’ jedhuun hojiilee garaagaraan kabajamaa jira.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.