Humni Qilleensaa Ityoophiyaa giddugala Leenjii garee shororkeessaa ABUT Adiibukiraay haleele
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Humni Qilleensaa Ityoophiyaa giddugala Leenjii garee shororkeessaa ABUT naannoo Adihagaraayitti argamu Adiibukiraay haleeluu Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa beeksiise.
Gareen shororkeessaa ABUT yeroo ammaa giddugala kanatti hidhattoota hedduu ergama badiif leenjisaa jiraachuu ibsameera.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.