Fana: At a Speed of Life!

Humni Qilleensaa Ityoophiyaa dhaabbata leenjii humna addaa garee shoroorkeessa ABUT naannoo Maqaleetti argamu haleele

Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) – Humni Qilleensaa Ityoophiyaa dhaabbata leenjii humna addaa hidhattoota garee shoroorkeessa ABUT naannoo Maqaleetti argamu haleeluu Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa beeksise.

Maqalee Naannoo Kuhaatti kan argamuu dhaabbanni leenjii hidhattoota garee shoroorkeessa ABUT guyyaa har’aa Humna Qilleensaa Itoophiyaan haleellamuu Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa ibseera.

Dhaabbanni leenjii kun yeroo ammaa iddoo hidhattoonni garee shoororkeessaa ABUT hedduminaan itti leenji’an ta’uu himeera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.