Fana: At a Speed of Life!

Daandiin qilleensicha boruu irraa eegalee balallii adda cite ture gara Goondar eegaluufi

Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC)- Daandiin qilleensa Ityoophiyaa boruu irraa eegalee balallii addaan cite ture gara Goondar eegaluufi.
Daandiin qilleensicha tajaajilli balallii gara Goondar adda cite turee deebi’ee eegaluusaatti gammaduu ibseera.
Imaltoonni maarsariitii daandii qilleensichaa fayyadamuun gara Goondar akka imalaan waamicha dhiyeesseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.