Fana: At a Speed of Life!

Humni addaa, milishaa fi poolisiin naannoo Tigiraay duraanii 750 ol haaromsa fudhatanii gara naannoo isaaniitti deebi’uufi

Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) –Humni addaa, milishaa fi poolisiin naannoo Tigiraay duraanii 750 ol haaromsa fudhatanii gara naannoo isaaniitti deebi’uufi.

Namoonni kenniin naannoo Afaar giddu gala leenjii Ajaja Kibbaatti leenjii fudhachaa turaniiru.

Hedduun isaanii qonnaan bultoota dirqamanii gara lolaatti geeffaman taúun himameera.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.