Fana: At a Speed of Life!

Humna shororkeessaas ta’ee weeraraa guutummaatti dhabamsiisuuf ga’umsaa amansiisaarratti argamna-Meejar Jeneral Naasiir Abbaa Diggaa

Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Humni makkaanaayizdii Ajaja Kibbaa humna shororkeessaas ta’ee weeraraa guutummaatti dhabamsiisuuf ga’umsaa loltummaa amansiisaarratti akka argamu ajajaan kutaa waraanichaa Meejar Jeneraal Naasiir Abbaa Diggaa ibsan.

Meejar Jeneraal Naasiir Abbaa Diggaa, sa’aatii kamittuu ajaja mootummaan kennuu bu’uureffachuun humna shororkeessaas ta’u weeraraa guutummaatti dhabamsiisuuf ga’umsaa loltummaa amansiisaarratti argama jedhan.

Dabalataanis, kutaan waraanaa humna makkaanaayizdichaa humna lafoof deeggarsa taasisuu fi diinarratti tarkaanfii jabaa fudhachuuf qophii ta’uu mirkaneessuu ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.