Fana: At a Speed of Life!

Humna nageenya eegsisaa Ityoophiyaa sudaan kibbaatti bobba’eef beekkamtiin kenname

Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) – Ergamaan addaa barreessaa DhMG Niikoolaas Haaysoom humna nageenya eegsisaa Ityoophiyaa sudaan kibbaa Xumbuuraatti bobba’e dirqama isaa ga’umsaan ba’achuusaaf beekkamtii kennaniiru.

Humni  nageenya eegsisaa Ityoophiyaa sudaan kibbaa naannoo Lixa Iqu’aatooriyaatti nageenya hawaasaa mirkaneessuun ga’ee olaanaa ba’achuu Niikoolaas Haaysoom eeraniiru.

Sudaan Kibbaatti Ajajaa waraanaa nageenya eegsisaa Ityoophiyaa Koloneel Kaffaaloo Raggaasaaf  Xalayaa erganiin waraanichi qaamolee dhimmi ilaallatu hunda waliin marii gaggeesseen akkasumas haala rakkoo keessatti lammiilee buqqa’aniif eegumsa taasiseef galateeffachuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.