Fana: At a Speed of Life!

Hospitaalota garee ABUTtiin barbadaa’an 42 keessa 36 guutumaan guutuutti hojiitti deebi’an – Ministeera Fayyaa

Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Hospitaalota garee shororkeessaa ABUTtiin barbadaa’an 42 keessa 36 guutumaan guutuutti hojiitti deebi’uu Ministeerri Fayyaa beeksisee.
Ministir Deetaan Ministeera Fayyaa Dooktar Ayyaalaa Tashoomaan, Hospitaalota garee shororkeessaa ABUTtiin barbadaa’an 42 keessa 36 guutumaan guutuutti hojiitti deebi’uu isaanii ibsaniiru.
Hospitaalonni kunneen suphaan taasiifamuun gara hojiitti deebi’uu isaanii eeraniiru.
Hospitaaloonni 6 ammoo naannoo rakkoon nageenyaa jiran keessatti waan argamaniif gara hojiitti deebisuuf rakkisaa ta’uu himaniiru.
Dhaabbilee Fayyaa garichaan barbadaa’an kuma 3 ol keessaa yeroo ammaatti % 87 gara hojiitti deebi’uu dubbataniiru.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.